Gaafilee Kurnan Zulhijjaah

0%
4 votes, 4 avg
229
Created on By nuuralhudaa

Zulhijjaah

Gaafilee guyyoota kurnan Zulhijjaatiin wal qabatan

Gaafilee guyyoota kurnan zulhijjaatiin wal qabatan bifa qormaataatiin.

1. Waggoota keessaa irra caaltuun guyyootaa guyyoota kami?

2. Zulhijjaan akka Kaalaandara Islaamaatti ji’a meeqaffaadha?

3. Guyyaan ji’a zulhijjaa 8ffaan guyyaa maalii jedhamuun beekama?

4. Nabi Ibraahim (AS) ilma isaa gorra’uu akka qabu akkamitti beeksifame?

5. Guyyaan kurnaffaa kan ji’a zulhijjaa guyyaa maaliiti?

6. Yawm al Arafaa kan jedhamu guyyaa meeqaffaati?

7. Muzdalifaan eessatti argama?

8. Magaalaan Baabiloon durii, ammaan tana biyya tam keessatti argamti?

9. Tawakkul jechuun maal jechuudha?

10. Nabiyyallaah Ibraahim (AS) haadha warraa isaa Hajar (AS) fi ilma isii dachii tam keessatti dhiisee biraa deebi’e?

Your score is

The average score is 69%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Yaada qabdu nuuf gumaachi!

Back to top button