header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Lammiilee Biyya keenyaa Sa’udii keessa jiraattaniif.



Mootummaan Sa’udii, ji’oota darban keessa yeroo dhiifamaa jechuun, lammiileen biyyoota adda addaa kanneen waraqaa Hayyama Jireenyaa hin qabne, akka biyyaattii lakkisanii bahan akeekkachiisuu isaa ni yaadatama.Ministeerri haajaa alaa Sa’udii yeroon Dhiifama kennamee ture kan xumurame tahuu ammas beeksiise jira.

Kanuma hordofuun ,namoota waraqaa jireenyaa hinqabne , too’annaa jala oolchuun kan hidhaa jiru tahuun beekkameera.Kanaafuu lammiileen biyya Keenyaa kan hayyama jireenya hin qabne, of eeggannoo barbaachisaa ta’e akka gootan dhamsa isiniif dabarsina.


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button