Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Waan Garaa Ilma Namaa Keeysatti Dalagamu
waan ilmi namaa hundi haala salphaan rakkoo takka malee raawwachuu danda’u keessaa inni tokko nyaata alanfatee liqimsuu dha. Midhaan alanfatanii…
Guutuu Dubbisi » -

Maqaa fii Qaama
Dachii tanarra wanti jiru hundi isaatuu maqaa fi amala mataa isaa qaba. Akkasumas wantoonni dachii tanaan ala jiranis maqaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Garaa Garummaa Uumamaa
kitaabni Dikshinarii ykn hiikkaa jechootaa, kan jechoota kuma 20 qabu isinitti kennamee, jecha kitaaba san irra hin jirre takka akka…
Guutuu Dubbisi » -

Waa Argamsiisuu Ykn Kalaquu
Addunyaa tanarra carraalee heddutu jira. Carraa nuti lakkoofnee xumuru hin dandeenye. Uumamni dachii tanarra jiru ammoo tokkoon isaallee mudaa hin…
Guutuu Dubbisi » -

Wanti Akka Tasaa Uumame Hin Jiru!
Wanti akka tasaa argame hin jiru. Uumamni Hundi isaatuu Dizaayin godhamee lafa kaayame. Harki keenya harka keenya. Harki uumama biraa…
Guutuu Dubbisi » -

Addunyaan tun akkamitti uumamte?
Warri amantii hin qabne, hawaan tun akka tasaa uumamte jedhan. “Addunyaa tanarra dur dhoohinsa guddaa Big Bang jedhamutu ture. Innis…
Guutuu Dubbisi » -

-

Tuwaataraa (Bineensa Ija Sadihii)
Bineensi kun Tuatara jedhama. Tuataran sanyii lootuu biyya Niiwziilaand keessatti qofa argamuudha. Ardii Niiwziilaand irra dur hantuutni hin waan hin…
Guutuu Dubbisi » -

Salaata
Salaatni ibaadaa muslimni tokko nama muslima hin tahin irraa adda ittiin ta’u. Salaataan malee namni tokko muslima tahuu hin danda’u.…
Guutuu Dubbisi » -

Sabaata
Sufyaan ibnu Abdullaah Rabbi irraa haa jaalatuu “Yaa Rasuulallaah, Islaama keeysatti waaniin si malee nama biraa hin gaafanne naaf himi.”Je’ee…
Guutuu Dubbisi »










