Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Haleellaa Magaalaa Triipoolii keessatti buufata baqattootaa irratti raawwatameen namoonni 40 ol ajjeefaman
Qondaaltonni Liibiyaa akka jedhanitti haleellaa kana waraanni Jeneraal Khaliifaa Haftaariin hogganamu kan raawwate yoo tahu, namoota ajjeefamaniin alattis baqattoonni 80…
Guutuu Dubbisi » -

Manni marii waraana Suudaan wixinee araaraa Ityoophiyaan Gamtaa Afrikaa waliin tahuun qopheessite kan fudhate tahuu ibse
Wixinee araaraa torbee dabre Ityoophiyaan qopheessitee mana marii waraana Suudaan fi gamtaa mormitootaatiif dhiheessite, manni marii waraana Suudaan Ityoophiyaan qabxiilee…
Guutuu Dubbisi » -

Kolleejjiin Imaamu Shaafi’ii Marsaa 9ffaa Barattoota Barsiisaa ture eebbisiise
Kolleejjiin Islaamaa Imaamu Shaafi’ii Godina Arsii Aanaa Hexosaa Magaalaa Goondeetti kan argamu yoo tahu, Sabtii kaleessaa barattoota idilee 36 fi…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Donaald Traamp fi Kim Jong-Un daangaa Kooriyaa lamanii irratti wal argan
Donaald Traamp har’a hogganaa Kooriyaa kaabaa Kim Jong-Un waliin tahuun daangaa Kooriyaa Kibbaa qaxxaamuruun gara Kooriyaa Kaabaa kan seene yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Israa’el qondaala ol’aanaa Falasxiin hiitee akka turte ibsame
Ministeerri Al-Qudsi Fadi Al-Hadami torbee dabre prezdaantii Chiilii Sabastiyaan Pireeraa waliin tahuun Masjidal Aqsaa kan daaw’atan yoo tahu, kanuma hordofuun…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Mormitoota Suudaan wixinee araaraa Ityoophiyaan Gamtaa Afrikaa waliin tahuun qopheessite irratti kan mari’atu tahuu ibse
Ityoophiyaan carraaqqii mormitootaa fi mana marii waraana Suudaan walitti araarsuuf jalqabde itti fufuun, torbee dabre wixinee araaraa qopheessitee garee lamaaniif…
Guutuu Dubbisi » -

Wirtuu Barnoota Diinii Islaamaa magaalaa Aliitti ijaaruuf sagantaan Tumsaa qophaayaa jira
Godina Baalee aanaa Agaarfaa magaalaa Aliitti Wiirtuu Barnoota diinii Islaamaa Daarul Hijraa ijaaruuf karoorri kan qabame yoo tahu , Waxabajjii…
Guutuu Dubbisi » -

Jeneraal Aadam Muhammad hogganaa walii galaa waraanaa ittisa biyyaa ta’uun muudame
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad guyyaa har’aa Jeneraal Aadam Muhammad hogganaa walii galiii ittisa biyyaa, Meejar Jeneraal Mollaa Hayilamaariyam ajajaa…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Garee Biyyoota G-20 jedhamuun beekamuu Jaappaan keessatti geggeeffamaa jira
Korri Garee biyyoota G-20 bara kanaa har’a Jaappaan magaalaa Osaakaa keessatti kan jalqabame yoo tahuu, wal dhabbiin daldalaa Ameerikaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Naannoo Benshaangul Gumuz keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 57 ajjeefaman
Prezidantiin Naannoo Benshaangul Gumuz obbo Ashaadil Hasan.akka ibsetti, naannoo Benishaangul Gumuz, aanaa Daanguritti wixata dabre hidhatoota naannoo Amaaraa irraa dhufaniin…
Guutuu Dubbisi »










