header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AwrooppaaKoroonaaOdeeyfannoo

Dubbii Himaan Prezdaantii Raashiyaa Vaayirasii Koroonaatiin qabamuu gabaafame

Dubbii himaa Prezdaant Vilaadmiir Puutiin kan tahe Dimtiri Peskov Dhaabbata Odeeyfannoo Interfax jedhamuuf yaada kenneen, dhibee vaayirasii koroonaatiin qabamee hospitaalatti waldhaanamaa jiraatuu hime.

Mootummaan Raashiyaa namoota dhibeen kun itti hin jabaatin manuma akka turan kan gorsu yoo tahus, qondaalli mootummaa kun sadarkaa akkamii irra akka jiru garuu hin ibsamne. Raashiyaan yeroo ammaa biyyoota Awrooppaa keessaa baay’ina namoota dhibee kanaan qabamaniitiin Ispeenitti aanuun lammaaffaa irra jirti.

Hanga guyyaahar’aatti lammiilee biyyattii 232,243 Vaayirasichaan qabamuu gabaafame jidduu 2,116 du’uu gabaafame.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button