Suuriyaa
-
Eeshiyaa

Gaazexaan Jarmaan kan Der Tagesspiegel jedhamu, lammummaa baqattoota galaana Meeditraaniyaan irratti lubbuun isaanii darbee tarreesse.
Gaazexaan kun gabaasa isaa kan jimaata kaleessaa baase irratti, lammiilee biyyoota adda addaa kan cunqursaa mootummoota abbaa irreetiin biyya isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Bulchiinsi Kurdistaaniifi mootummaan jiddu gala Iiraaq waraana walirratti banan.
Ji’a dabre keessa Rifarandamii Bulchiinsi kutaa kurdistaan geggeesseen, erga ummanni Kurdistaan irra caalaan Iiraaq irraa fottuquu filatee booda, mootummaa jiddugalaa…
Guutuu Dubbisi »


