header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Ibaadaa

Towbaa

Namni akka malee hoongawe nama Rabbiin hulaalee Jannataa isaaf banee, inni ammoo didee Rabbi Khallafee badii dalagu.

“Yaa Gabroottan kiyya kan badii dalaguun lubbuu teessan irratti daangaa dabartan! Rahmata Allaah Irraa abdii hin muratinaa; Rabbiin cubbuu hunda ni araarama, Inni Araaramaadha; Garalaafessa(Mararfatadha). Gama Rabbii Keeysanii deebi’aa ammas isaaf if Kennaa; Osoo Azaabni isinitti hin dhufniin duratti, Eegas (eega Azaabni dhufe) hin tumsamtan.”
Az-Zumar: 53-54

قُلْ يا عِبادِيَ الَّذِينَ أَسْرَفُوا عَلى أَنْفُسِهِمْ لا تَقْنَطُوا مِنْ رَحْمَةِ اللَّهِ إِنَّ اللَّهَ ÙŠÙŽØْفِرُ الذُّنُوبَ جَمِيعًا إِنَّهُ هُوَ الْØَفُورُ الرَّحِيمُ (53) وَأَنِيبُوا إِلى رَبِّكُمْ وَأَسْلِمُوا لَهُ مِنْ قَبْلِ أَنْ يَأْتِيَكُمُ الْعَذابُ ثُمَّ لا تُنْصَرُونَ (54)

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button