Sagantaa Raadiyoo, Sagantaa TV, Odeeyfannoo Barreeffamaa fii waan nuuralhudaa irraa dabarfamurraa kamtu si gammachiisa?
    Sagantaa Raadiyoo, Sagantaa TV, Odeeyfannoo Barreeffamaa fii waan nuuralhudaa irraa dabarfamurraa kamtu siif hin tahin?
  • Qulqullina Sagalee, Qulqullina Barreeffamaa, Qulqullina Viidiyoo, Qulqullina Qabiyyeefi Qophiilee... walumaa galatti hanqina hojii keenyarratti argite hunda nuuf katabi.
  • Hojii amma hojjachaa jirru kanarratti, wanti dabaluu qabnu jiraa? yaada addaa kan nuuf gumaachitu qabdaa? kanatu hanqatee kana dabalaa, sagantaa akkanaa nuuf dabalaa, waan akkanaa irratti nuuf hojjadhaa jechuus ni dandeeysa.