Gaafilee Kurnan Zulhijjaah

0%
4 votes, 4 avg
207
Created on By nuuralhudaa

Zulhijjaah

Gaafilee guyyoota kurnan Zulhijjaatiin wal qabatan

Gaafilee guyyoota kurnan zulhijjaatiin wal qabatan bifa qormaataatiin.

1. Guyyaan ji’a zulhijjaa 8ffaan guyyaa maalii jedhamuun beekama?

2. Nabi Ibraahim (AS) ilma isaa gorra’uu akka qabu akkamitti beeksifame?

3. Tawakkul jechuun maal jechuudha?

4. Nabiyyallaah Ibraahim (AS) haadha warraa isaa Hajar (AS) fi ilma isii dachii tam keessatti dhiisee biraa deebi’e?

5. Zulhijjaan akka Kaalaandara Islaamaatti ji’a meeqaffaadha?

6. Yawm al Arafaa kan jedhamu guyyaa meeqaffaati?

7. Guyyaan kurnaffaa kan ji’a zulhijjaa guyyaa maaliiti?

8. Magaalaan Baabiloon durii, ammaan tana biyya tam keessatti argamti?

9. Muzdalifaan eessatti argama?

10. Waggoota keessaa irra caaltuun guyyootaa guyyoota kami?

Your score is

The average score is 71%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Yaada qabdu nuuf gumaachi!

Back to top button