Dhaabbanni gargarsaa kun Miseensa koree fala barbaadduu Hawaasa muslimaa kan tahan Sheik Sulxaan Haaj Amaaniin kan hoogganamu yoo tahu, guyyaa kaleessaa Abbootii warraa 300 tahan kanneen dhiheenya kana magaalaa Sabbataatti qubsiifamaniif waan Soommana ittiin furan kan gumaachaniif tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.
You must log in to post a comment.