OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo keessatti ummaanni ganda Guutuu Islaamummatti deebi’e
Oduu Gammachuu
Jiraattonni ganda Dharriitoo jedhamu torbaan kana keessa bakka Aalimni beekkamaan Sheik Jeeylaan Adanoo fi daa’iiwwan biro heddu argamanitti shahaadaa kan qabatan tahuu gabaasni naannicha irraa arganne ni mul’isa. Gandi Dharriitoo Godinaa Booranaa keessatti ganda ardaa jilaa kan gadaamojjiin mataa itti buufattu yookaan dabbasaa itti haadattu keessaa isa tokko.