header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa Magaalaa Dannab Guddootti geggeeffamaa jira

Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa hawaasa muslimaa godina Arsii aanaa Jajuu magaalaa Dannab Guddootiin qophaa’e haala hoo’aa ta’een geggeeffamaa jira. Sagantaa guddaa kana irratti hawaasni muslimaa naannawa sanii, Ulamaa’onni fi keessummoonni iddoo gara garaa irraa affeeraman hirmata jiran.

 

Keessummoota Sagantaa kana irratti hirmaataa jiran jidduu:

Daayrektara Miidiyaa Nuuralhudaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen, Sheikh Abdulshakuur Sheikh Aadam, Sheikh Abdulgaffaar Sheikh Ahmad, Sheikh  Abdallaah Idriis, Sheikh Ibsaa Hasan, Sheikh Xaahir Galatoo fi keessummoonni birootis jiraatuu beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button