AfrikaaOdeeyfannoo
Prezdaantiin Zimbaabwee haleellaa boombii itti aggaamame jalaa baraarame
Haleellaa Boombii Prezdaantii Zimbaabwee irratti aggaamameen itti aanaa isaa dabalatee namootni heddu miidhamanii jiru. Prezdaant Emarsan Minangagwaan haleellaa itti aggaagame jalaa kan baraarame tahuu gabaasni Aljaziiraa irraa argame ni mul’isa.