header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Da’awaa guddaan Godina Walloo magaalaa Sanbatee keessatti geggeeffamaa jira

Sagantaan kun mata duree “Tokkummaa fi Markaza Salahuddiin Al-ayyuubiitiif galii walitti qabuu”jedhuun,  naannoo Amaaraa Godina Walloo magaalaa Sanbateetti guyyaa hardhaa geggeefamaa jira. Sagantaa kana irratti Ulamaa’onni gurguddoon biyya keennaa, daa’iwwanii fi keessummoonni heddu kan argaman tahuun beekamee jira.

 

Ulamaa’otaa fi keessummoota sagantaa kana irratti argaman jidduu: Dr Jeeylaan Khadiir, Sheik Muhammad Haamiddiin, Sheik Alii Jimmaa, Sheik Alii Garbaa, Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa, Ustaaz Yaasiin Nuuruu fi kanneen biro heddu keessatti argamu. Ummanni magaalaa Sanbatee fi nannawa isii Kumaatamaan lakkaahamus sagantaa kana irratti kan hirmaataa jiru tahuu odeeyfannoon arganne ni mul’isa.

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button