OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Godina Jimmaa Magaalaa Omoo Nadaatti Konfiransiin Islaamaa guddaan geggeeffame

Kaayyoon Konfiransii kanaa, masjiida guddaa magaalattii keessatti hirmaannaa ummataatiin ijaaramaa jiru xumursiisuuf galii walitti qabuuf kan qophaa’e tahuu odeeyfannoon ni addeessa. Sagantaa kana irratti hawaasni muslimaa naannichaa lakkoofsaan heddu tahe kan hirmaate yoo tahu,  Ustaaz Ahmaddiin Jabalii fi Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa dabalatee keessummoonni heddu iddoo gara garaa irraa dhufan saganticha irratti kan argaman tahuun beekameera.

Omoo Nadaa1

 

Comment

Related Articles

Back to top button