header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Manni Maree Ministeerotaa walii galtee miseensummaa naannawa daldala bilisaa biyyoota Afrikaa  raggaasise

Manni marichaa walga’ii har’a gaggeessen  walii galtee kana  kan raggaasise yoo tahu, walii galteen  kun hujii muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Afrikaa walitti dhiheessuuf hojjataa jiru kan deeggaru tahuu ibsi waajjira mummicha ministeeraa irraa bahe ni ibsa.

 

Wal galteen kun  Dhaabbanni Daldala Addunyaa ega hundaa’ee asitti, walii galteewwan jajjaboo keessaa tokko akka ta’e kan ibsame yammuu ta’u, kaayyoon walii galtee kanaa Afrikaatti gabaa waloo tokko uumuuf carraaqqii godhamaa jiru tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button