
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa Magaalaa Aboomsaatti geggeeffamaa jira
Godina Arsii aanaa Arba Guuguu magaalaa Abboomsaatti sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa hawaasa muslimaa naannichaatiin qophaa’e bifa ho’aan kan geggeeffamaa jiru yoo tahu, keessummoonni iddoo gara garaa irraa affeeraman, qaamonni mootummaa fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan guddaa ta’e argamuu odeeyfannoo ni addeessa.
Keessummoota Sagantaa kana irratti argaman jidduu:
Sheikh Hajjii Ibraahim
Ustaaz Xaalibuu Ridallaah
Sheikh Tamaam Qamar
Sheikh Abdallaah Idiriis
Ustaaz Ibsaa Hasaan fi keessummoonni biroo heddu argamuu gabaafame.
masha.Alla