header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Konfiransiin walitti dhufeenya Ulamaa’ota Godina Baalee cimsuuf yaadame kibxata magaalaa Roobeetti ni jalqabama.

Konfiransiin kun guyyoota sadiif kan geggeeffamu yoo tahu, ulamaa’oonni godina Baalee 200 ol tahan irratti ni argamu jedhamee eegama. Ulamaa’oota Sagantaa kana irratti hirmaataniif leenjiiin ni kennama. Akkasumas Madrasaa Salafiyaa magaalaa Roobeetti ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa Ulamaa’otaan kan kaahamu tahus beekameera.

Keeysummoota Sagantaa kana irratti ni argamu jedhaman jidduu:
Dr. Jeylaan Khadiir
Sheikh Mahmuud Abdallaah
Sheikh Gazaalii Haaji Xaahaa- Makka irraa
Sheikh Muddasir Huseen (Abbaa Ijoollee)
Sheikh Muhammad Alii-Gin’dhiir
Sheikh Abdurrahmaan Aadam-Roobe irraa
Sheikh Abdul Wahhaab Jeylaan- Yuunvarsiitii Madda walaabuu irraa tahuu, qopheessitoonni konfiransii kanaa ibsan.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button