Jilli Gamtaa Biyyoota Baha Afrikaa muummicha ministeeraa Dr.Abiy Ahmadiin durfamu ganama har’aa magaalaa Jubaa kan seene yoo tahu, Prezdaant Salvaakiir Mayaard dabalatee qondaaltonni mootummaa Suudaan Kibbaa kanneen biroo heddu simannaa godhaniifi jiru.
Related Posts
Jilli Dr Abiy Ahmadiin durfamu kun mootummaa Suudaan Kibbaa fi mormitoota biyyattii hidhatanii mootummaan lolaa jiran, walitti araarsuuf garasitti kan imale tahuun beekamee jira.
You must log in to post a comment.