header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Miseensonni Koree fala Barbaadduu Konfiransii Nageenyaa irratti hirmaatuuf magaalaa Harar Seenaan

Konfiransii nageenyaa manni marii dhimmoota Islaamaa naannoo Hararii qopheesse irratti hirmaachuuf miseensonni Koree fala barbaadduu hawaasa muslimaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal, Ustaaz Kamiil Shamsuu fi Ustaaz Ahmad Musxafaa magaalaa Harar seenanii jiru.

Konfiransii Nageenyaa kana irratti, ulamaa’onni gurguddoon biyya keenya, hoggantoonni majlisa naannoolee saglanii akkasumas magaalaa Dirree Dhawaa fi magaalaa Finfinnee kan irratti hirmaatan yoo tahu, guyyaa boruutis kan itti fufu tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button