header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Xiyyaarri Kaargoo Itoophiyaa Buufata Xiyyaara Shaangaayiitti gubate

Xiyyaarri fe’isaa( Kaargoo) Itoophiyaa Booyeng 777 , Chaayinaa buufata Xayyaara Shaangihaayi irraa, gara Biraaziil magaalaa Saawo Pooloo- Saantiyaagootti imaluuf osoo fe’ataa jiru ibiddi itti qabatee gubatuu, daandiin Qilleensa Itoophiyaa beeksise.

Balaa kanaanis miidhaan hojjatoota xiyyaaricha irra gahe kan hin jire yoo tahu, ka’uumsi ibidda kanaa immoo maal akka ta’e kan qoratamaa jiru tahuu gabaafame.

2 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button