Shirkiin Zulmiidha!

Haqni Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa gabroota irraa qabu, isa qofa gabbaruudha. Mu’aaz ibn Jabal akka gabaasetti Rasuulli ((SAW)) akkana jechuun isa gaafatan:
“”” أَتَدْرÙÙŠ مَا ØÙŽÙ‚ÙÙ‘ اللَّه٠عَلَى Ø§Ù„Ù’Ø¹ÙØ¨ÙŽØ§Ø¯Ù “”” “.” Ù‚Ùلْت٠اللَّه٠وَرَسÙولÙه٠أَعْلَم٠“.” قَالَ “”” ÙÙŽØ¥ÙÙ†ÙŽÙ‘ ØÙŽÙ‚َّه٠عَلَيْهÙمْ أَنْ ÙŠÙŽØ¹Ù’Ø¨ÙØ¯Ùوه٠وَلاَ ÙŠÙØ´Ù’رÙÙƒÙوا بÙه٠شَيْئًا “””
“Haqni Rabbiin gabroota irraa qabu maal akka ta’e beektaa?”Anis ni jedhe, “Rabbii fi Ergamaan Isaa ni beeku.”Rasuullis ni jedhe: Dhugumatti haqni Inni isaan irraa qabu: “osoo homaa isatti hin qindeessin isa gabbaruudha.” Jaami’u Tirmizii-2643, Sahiih Muslim 30
Rabbiin Qur’aana keessatti gorsa Luqmaan ilma isaati dhaame akkanatti nuuf ibse:
ÙˆÙŽØ¥ÙØ°Ù’ قَالَ Ù„ÙÙ‚Ù’Ù…ÙŽØ§Ù†Ù Ù„ÙØ§Ø¨Ù’Ù†ÙÙ‡Ù ÙˆÙŽÙ‡ÙÙˆÙŽ ÙŠÙŽØ¹ÙØ¸Ùه٠يَا بÙÙ†ÙŽÙŠÙŽÙ‘ لَا ØªÙØ´Ù’رÙكْ Ø¨ÙØ§Ù„لَّه٠ۖ Ø¥ÙÙ†ÙŽÙ‘ الشÙّرْكَ لَظÙلْمٌ عَظÙيمٌ (13)
“Yommuu Luqmaan ilma isaatiin osoo isa gorsuu: “Yaa ilma kiyya! Rabbitti waa hin qindeessin. Dhugumatti shirkiin zulmii guddaadha.”jedhe [yaadadhu].” Suuratu Luqmaan 31:13
Kanaafu, namni shirkii hojjatu haqa Rabbii hir’isee jiraa jechuudha. Sababa kanaan, inni zaalima ta’a.