header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Jilli Garee Sumayyootaa fi Bilaalootaa Munashidoota 8 of keessatti hammate deeggarsa qabate gara Godina Baalee imale.

Jilli Garee Sumayyootaa fi Bilaalootaa Munashidoota 8 of keessatti hammate deeggarsa qabate gara Godina Baalee Aanaa Beeltuu magaalaa Addeleetti imalaa jiru amma magaalaa Ginniir gahee jira.

Munashidootni Jila kana waliin imalaa jiran

  • Ismaa’iil Abbaa Milkii
  • Abdurrahmaan Huseen
  • Haaji Aloo
  • Miikaa’iil
  • Abdooshee
  • Awwii khadiir
  • Iiduu Alii
  • Sheekh Xahaa Turee.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button