Ministeerri Haajaa alaa Ameerikaa, labsiin yeroo muddamaa ariitiin akka kaafamu gaafate.

Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Reeks Tiilarsan guyyaa kaleessa Itoophiyaa kan seene yoo tahu dhimma haala siyaasaa biyyaatti irratti angawoota  mootummaa waliin marii godhee jira.

Haasawa waltajjii midiyaaleef godhe irratti, mootummaan Itiyoophiyaa Labsii Yeroo Muddamaa kana akka kaasuu fi dhimmi biyyattii keessa jiru mootummaa Ameerikaa kan yaadessu tahuu ibse.

0 0 votes
Article Rating
Subscribe
Notify of
0 Comments
Inline Feedbacks
View all comments
0
Barruu tanarratti yaada akkam qabda? Yaada kee nuuf gumaachi!x
()
x