
Tumsa Nuuralhudaa
Liinkii Xiqqaa
Namoonni biyyoota Arabaafi Oromiyaa irraa Nuuralhudaa gargaaruu feetan
Baankii Daldala Ityoophiyaa
Lakkofsa herrega Baankii: 1000649659908
Maqaa: Edris Abduro and Mohammedawol
Baankii Hijraa
Lakkofsa herrega baankii 1007128830001
Maqaan Edris Abduro and Muhammedawol
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
Lakkofsa herrega Baankii: 1052300216548
Maqaan Muhammadawol and Edris Abdurroo
Lakkofsa Whatsapp: +251954520058
AS WR WB
AM WR WB Jirtuu warra RNH saganta 956 fi 957faan maal ta’e gammachuu dhaniin ega jiira?
Hiikkaan imeil maali? naaf hin gallee
jartitu tiyya tan duran akka jaba waljalcha ture yaro gababaf hojidha deme turee egandhu anuma jibbiti ana arabsiti nakabaju ani arada garidubadhu haala garii hin argu ilman 3 naqabdi rakon narra gesus narifatu akkam godhu nawayya ya warra nural hudaa akkatahu fala nadhawa
Liinkii xiiqqaa maaliif dhiiftan sagataa 956faa?
Jabaadha!!!
As wr wb akkam jirtu qopheessitoota NH kabajamoo? Wallaahi qophiin keessan hedduuĆ2 namattii tolaa. Bashannansiisaa nubarsiisaa. Akkasumattii itti fufaa Rabbiin isinaa eeguu. jabadhaa. kaniin isin hordofaa jiru G/W/lixaa Aanaa qondaala irraatii. nuufillee du’aahii nu kadhaa rakko nageenyaa qabnaa.