-
Odeeyfannoo

Prezdaantiin Falasxiin Mahmuud Abbaas Riyaad keessatti Malik Salmaan waliin mari’atuu gabaafame
Prezdaantiin Falasxiin Mahmuuda Abbaas Kiibxata har’aa gara Riyaaditti imaluun, Malik Salmaan waliin haal Al-Quds keessa jiruu fi dararaa Israa’el dhiheenya…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Helikoptarri waraana Ityoophiyaa takka kutaa Abiye keessatti kufuun loltoonni Sadi du’an
Halikoptarri waraana Ityoophiyaa ergama dhaabbata mootummoota gamtoonii raawwachuuf, kutaa Abiye magaalaa Kadugli jedhamtu irraa loltoota 23 fe’attee gara Abiye imalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Korri 32ffaa hoggantoota Gamtaa Afrikaa galma walga’ii gamtichaa keessatti jalqabame
Kora 32ffaa hoggantoota Gamtaa Afrikaa har’a magaalaa Finfinnee galma walga’ii gamtichaa keessaati jalqabame kana irratti, prezdaantiin Ruwaandaa Pool Kaagamee aangoo…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhibee Iboolaa Koongoo-DRC keessatti babal’ataa dhufeen lakkoofsi namoota du’anii 500 ol dhaqqabuu gabaafame
Ministeerri fayyaa biyyattii akka jedhetti, dhibee Iboolaa ji’a August/2018 irraa jalqabee Ripaalika Dimokraatawa Koongoo gama bahaa keessatti ka’een, hanga ammaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhaabbanni Feesbuuk jiddu gala gamaaggama qabiyyee jalqabaa Keeniyaatti banuuf akka tahe beeksise
Dhaabbanni Feesbuuk biyyoota Afrikaa Saharaa gadi jiran keessatti yeroo duraatiif jiddu gala gamaggama qabiyyee (Content Review) Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Gamtaan Awrooppaa ijaarsa daandii Ityoophiyaa fi Eertiraa wal qunnamsiisuutiif Yuuroo miiliyoona 20 kan kennu tahuu beeksise
Gamtaa Awrooppaatti Komishiinarri Tumsa Idil Addunyaa fi Misoomaa Neven Mimika Ityoophiyaa fi Ertiraa kan daaw’ata jiru yoo tahu, gamtaan Awrooppaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Maree Naannoo Somaalee mirga himatamuu dhabuu qondaaltota nannichaa 12 kaasuu beeksise
Manni marichaa qondaaltota naannichaa sadarkaa hoggansa ol’aanaa irra turan kanneen sababaan mirga himatamuu dhabuu irraa mulqeef, sarbamiinsa mirgoota dhala namaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Gaazexeessitoonni masjiidota magaalaa Istee keessatti gubaman ilaaluuf deeman akka hin daaw’anne dhorkaman
Gaazexeessitoonni fi ogeeyyonni TV Zaawiyaa, masjiidota Alhda dabre naannoo Amaaraa kibba Gondar keessatti hordoftoota Amantaa birootiin gubaman ilaalchisee gabaasa hojjatuuf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Facebook ergaa barreeffamaa (text message) irratti tajaajila haaraya jalqabuu beeksise.
Dhaabbanni Facebook fayyadamtoonni isaa ergaa barreeffamaa (text message) tokko eega erganii booda yoo kan gaabban tahe, daqiiqaa 10 keessatti balleessuu…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Miseensi Paarlaamaa Netherlands duraanii, kan jibbiinsa Islaamummaa leellisuun beekamu gara amantaa Islaamaa deebi’e
Van Klaveren miseensa Parlaamaa Netherlands fi qondaala paartii PVV kan jibbiinsa Islaamaa leellisuun beekamuu kan ture yoo tahu, Isniina kaleessaa…
Guutuu Dubbisi »










