Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Balaa Farshoo
Qorannoon dhiheenya kana argame dhugaatii alkoolii dhuguun dhukkuboota hedduuf nama saaxila jedha. Amma dura dhugaatii alkoolii dhuguun dhibee kaansarii tiruu…
Guutuu Dubbisi » -

durooma qalbii
Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je’e “Durummaan (tujjaarummaan) heddumina qabeenyaa qofaa miti; garuu durooma qalbiitu durooma (dhugaati).” Bukhaarii Hadiisni wanni…
Guutuu Dubbisi » -

“Anaafi namni yataamaa guddise Jannata kheeysatti akka lameen tanaati”
Rasuulli salallaahu aleeyhi wasallam akkana je’e: “Anaafi namni yataamaa (ilmaan abbaan irraa du’e) guddise Jannata kheeysatti akka lameen tanaati”je’e quba…
Guutuu Dubbisi » -

Makiinaa Shofeera Malee Deemtu
Amma booda Shofeerri gursaa buleefii shofeerri machaawes yaaddoo takka malee makiinaa oofuuf deema. Konkolaataan kun Self Driving Car jedhama. Self-Driving…
Guutuu Dubbisi » -

Toltuu dalagdu sumaafi. Hamtuu dalagdus sumatti deebiti.
© Abu Ibtisam Dubartiin takka ganama hunda maatii isiitiif daabboo dalagdi. Daabboo tokko ammoo rakkataa karaa irra deemuuf jettee tolchiti.…
Guutuu Dubbisi » -

Nama Akkaan Nama Fayyadu
Rasuulli (SAW) akki je’e: Irra jaalatamaan namaa Rabbi biratti, nama akkaan nama fayyadu. Irra jaalatamaan dalagaa Rabbi biratti, gammachuu ati…
Guutuu Dubbisi » -

Dhukkuba Kaayyoo dhabuu
Hundi keenya Kaayyoo qabna. Namni barumsa baratu, kaayyoon isaa waanuma 2, guddatu 3 hin dabru. Takkaa beekmsa argachuu, takkaa eega…
Guutuu Dubbisi » -

Eenyuutu jechoota shanan tana narraa fudhatee itti dalaga?
Qophii: Abbaa Muhammad (Jafar Bayaan) Abuu Hureeyraan akki je’u, Rasuulli sallallaahu Aleeyhi wasallam “eenyuutu jechoota kana narraa fudhatee isiitti dalaga…
Guutuu Dubbisi » -

Uber
Rakkina biyya teenya keeysatti akkaan beekamu keessaa tokko rakkina taaksiiti. Nama hedduu osoo taaksii eeguu sa’aan hojii jala dabra. barataa…
Guutuu Dubbisi » -

Qulqullinaa fii Islaama
Rabbiin Gaariidha, waan Gaarii jaalata. Hadiisa Allaahaan warra Towbatuu fii Warra Qulqulleeyfatu Jaalata. Qur’aana Suuraa Baqaraa Qulqullina Ibaadaa Amantiin…
Guutuu Dubbisi »










