Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Harree harkisuun jalqabe!
Biyyi Andaluus Mootummaa Umawiyyaatin gaafa bultu qissaan tun argamte. Waahiloota sadiihitu ture magaaloota Andaluusirraa takka kheeysatti. Sadeenuu Harreen meeshaa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Yeroo 3 Jiraachuu Feetaa?
Addunyaa tanarratti yeroon sadihuma; · Kaleessa ammaan dura dabre, · Arra kan keessa jirru, · Boruu fuulduratti kan itti deemnu. Guyyoota sadeen kanarratti…
Guutuu Dubbisi » -

Namaa fii Sagantaa
Qopheeysaan: AbdulJawaad Ibraahiim Hariiroon namaa fi sagantaa jidduu jirtu maali? Sagantaan maal faarraa jaaramti? Islaamummaa fi sagantaan walitti dhufeenya akkamii…
Guutuu Dubbisi » -

Jarboowaa
Uumamni kun Jarboowaa jedhama. Uumamni kun sanyiiwwan garagaraa 30 ol qaba. Qubsumni uumama kanaatis naannoowan gammoojjii Afriikaa Kaabaa fi Eeshiyaati.…
Guutuu Dubbisi » -

Haag Fiish
Qaamman bishaanii keessa gad fagaannee yoo deemne, uumamaalee ajaa’ibaa heddu argina. Uumamaaleen akkaan sodaachisaa fi haalli isaa hundi namaa hin…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiid Al-Aqsaa kutaa 5ffaa
Muslimoonni tokkoomanii kaayyoo tokkoon eega sochii eegalanii booda, jidduu irratti rakkinni jabaan tokko mudate. Rakkinni kunis ummata Muslimaa diiguudhaaf karaa…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiid Al-Aqsaa kutaa 4ffaa
Bara 1127tti, Imaaduddiin Zankii hoogganaa Moosul godhamee muudame. Imaaduddiin kaayyoo tokko qabatee lafaa ka’e. Waraana Masqalaa dachii muslimotaa keessaa qulqulleessee…
Guutuu Dubbisi » -

Earphone Afaan Namaa Hiiku
Kaampaaniin Google Earphone Ajaa’ibaa tokko hojjate. Earphone Bluutuuzaan dalagu kun, Afaan 40 hiikuu dandaha. kanaafuu namni Afaan ingiliffaa beeku, nama…
Guutuu Dubbisi » -

Binturoong
BINTUROONG Binturong bineensota akka Mongoose, Fossa, xirinyii fi Genets jedhamiin waliin walitti dhiheenya qaba. Uumamni kun maqaa Bearcat jedhamuunis ni…
Guutuu Dubbisi » -

Qurxummiin kun nama 2600 caala ulfaata.
Qurxummiin Blue Whale jedhamu Kiiloo giraama 100,000 haga 200,000 ulfaata. Kana jechuun haga midhaan kuntaala 1000 haga 2000 ulfaata jechuudha. …
Guutuu Dubbisi »









