Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-

KOROONAA MASJIDA CUFAA EENYUU YAADE?
KOROONAAN MASJIDA CUFAA EENYU YAADE Duniyaa Rabbiin hoggaa ibsu: Qananii gabaabduu, tapha, tapha ittiin dagaman, bareedina yeroo, dhaaddannaa, wal…
Guutuu Dubbisi » -

Platypus, Bineensa Uumama Addaa Qabu.
Uumamni kun uumama ajaa’ibaati. Yoo fagoo laalan uumama gosa sadih irraa waan ijaarame fakkaata malee, bineensa tokko hin fakkaatu. Qaama…
Guutuu Dubbisi » -

Bison (Baaysan) Gafarsa Ameerikaa
Waahee uumama kanaa Viidiyoo kanarraa daawwadhu Uumamni kun Biyyoota Ameerikaa Kaabaa keessatti argama. Sababa kanaafis gafarsa Ameerikaa jedhanii waaman. Baaysan…
Guutuu Dubbisi » -

Pelikaan(Pelican)
Allaattiin kun Pelikaan(Pelican) jedhama. Uumamni kun Ardii Antarkitikaa yoo taate malee, Ardiiwwan hafan hunda keessatti ni argama. Sanyiin uumama kanaatis…
Guutuu Dubbisi » -

Iguwaanaa (Iguwaanaa), Sanyii Lootuu Ajaa’ibaa
Uumamni kun sanyii lootuu keessaa isa tokko yoo ta’u, guddina qaamaatiinis lootuuwwan gurguddaa keessatti ramadama. Qophii hardhaa kana keessatti, uumama…
Guutuu Dubbisi » -

Baarakudaa, Qurxummii Ilkaan Qaraa
Dachiin irra jiraannu tun harka dhibba keessaa harki 75 bishaaniin uwwifamee jira. haaluma kanaan baay’ini lubbu qabeeyyii bishaan keessa jiraniitis,…
Guutuu Dubbisi » -

Avocet (Avoset), Allaattii Ajaa’ibaa
Uumamni har’a isiniif dhiheessu, uumama Rabbiin xiyyeeffannaa guddaan akka ilaallu nutti hime keessaa isa tokko. Rabbiin guddaan Suuratul Nahl, Suuraa…
Guutuu Dubbisi » -

Waan Garaa Ilma Namaa Keeysatti Dalagamu
waan ilmi namaa hundi haala salphaan rakkoo takka malee raawwachuu danda’u keessaa inni tokko nyaata alanfatee liqimsuu dha. Midhaan alanfatanii…
Guutuu Dubbisi » -

Maqaa fii Qaama
Dachii tanarra wanti jiru hundi isaatuu maqaa fi amala mataa isaa qaba. Akkasumas wantoonni dachii tanaan ala jiranis maqaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Garaa Garummaa Uumamaa
kitaabni Dikshinarii ykn hiikkaa jechootaa, kan jechoota kuma 20 qabu isinitti kennamee, jecha kitaaba san irra hin jirre takka akka…
Guutuu Dubbisi »










