Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Xiyyaarri Dhaabbata Qilleensa Ityoophiyaa tokko kufuu gabaafame
Xiyyaarri Dhaabbata Qilleensa Ityoophiyaa Finfinnee irraa gara Naayiroobii imalaa ture kufuun namoonni heddu kan du’an tahuu gabaafame. Xiyyaarri kun Godina…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Makkalaakayaa Misirroota lama dabalatee lubbuu nama 5 galaafatan adabaman
Loltoonni makkalaakayaa ji’a dabre keessa Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti namoota sirna cidhaa irra turan irratti dhukaasuun, misirroota…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen dhimma daangaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Oromiyaa qoratee yaada furmaataa dhiyeessu hundaayuu gabaafame
Waajjirri Muummicha Ministeeraa ibsa baaseen, Kanaan dura koreen qorannaa dhimma daangaa Finfinnee fi Ormiyaa bulchiinsa gama lamaanii irraa hundaayee kan…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Suudaan dubartoonni mormii biyyattii keessatti geggeeffamaa jiru hordofuun hidhaman hundi akka gad lakkifaman ajajuu gabaafame
Prezdaant Umar Al-Bashiir Jum’aa kaleessaa bakka buutota ummataa baha biyyattii irraa dhufan waliin Khaartuum keessatti marii geggeesse irratti, dubartoonni mormii…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri mormii Godinaalee Oromiyaa keessatti itti fufee jira
Carraa manneen Kondominiyeemii bulchiinsi magaalaa Finfinnee baase hordofuun, magaaloota Godinaalee Oromiyaa gara garaa Keessatti hiriirri cimaan geggeeffamaa jira. Hiriira kana…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Nannoo Amaaraa Obbo Gadduu Andaargaachaw taayitaa gad lakkise
Manni marii naannoo Amaaraa walgahii idilee geggeessaa kan ture yoo tahu, Jum’aa har’aa xumura wal gahii mana marichaa irratti iyyannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Kooriyaan Kaabaa ijaarsa buufata Niwukilarii addaan kuttee turte deebistee jalqabuu gabaafame
Marii bara dabre Donaald Traamp fi Kim Jong-un Singaapoor keessatti geeggeessan irratti, Kooriyaan Kaabaa buufata Niwukilarii Sohae jedhamu diiguuf waadaa…
Guutuu Dubbisi » -

Carraan Kondomiiniyemii bulchiinsi magaalaa Finfinnee har’a baase mormii cimaa kaase
Naannoo Oromiyaa magaalota gara garaa keessatti ummanni, daangaa bulchiinsa magaalaa Finfinneetiin alatti kondomiiniyeemota ijaaraman irratti bulchiinsi magaalaa Finfinnee carraa baase…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan wal dhabbii Somaaliyaa fi Keeniyaa jiddutti uumame furuuf carraaqqii jalqabuu beeksiste
Somaaliyaan bara 2014 “Keeniyaan dangaa galaanaa kiyya seeraan ala cabsite “jechuun mana murtii addunyaatti himatte. Garba Hindii irratti wal dhabbiin…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin mormituu Aljeeriyaa guddichi filannoo prezdaantummaa biyyattii keessaa kan bahuu malu tahuu akeekkachisse
Paartiin mormituu biyyattii guddichi kan Society for peace jedhamu , Prezdaantiin biyyattii Abdul’aziiz Butofliqaa wal dorgommii prezdaantummaa keessaa yoo kan…
Guutuu Dubbisi »










