Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Walitti Bu’iinsa Daangaa Naannoo Amaaraa fi Affaaritti umameen masjiidni gubame
Naannoo Affaar aanaa Uwwaatti, Kamisa darbe waaree booda naannawa sa’aa 11:00 saba Amaaraa fi Affaar jiddutti walitti bu’iinsi kan ka’ee…
Guutuu Dubbisi » -

Dhalattoonni Oromoo magaalaa Riyaad fi naannawa isii jiraatan miidhamtoota aanaa Mayyuu Mulluqqeetiif deeggarsa birrii 1,035,500 godhan
Guyyoota muraasa dura godina Harargee bahaa aanaa Mayyuu Mulluqqeetti haleellaa waraanni liyyuu poolisii raawwateen lubbuun nama 55 ol tahanii darbuu,…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Barakat Sim’oon koree jiddu galeessa warraaqsa saba Amaaraa irra uggurame
Koreen jiddu galeessa warraaqsa Saba Amaaraa guyyoota lamaaf walgahii irra kan ture yoo tahu, Obbo Barakat dabalaate Taaddasaa Kasaatis koree…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Qeellam Wallaggaati waraana mootummaa fi Waraana ABO jiddutti walitti bu’iinsi uumame
Walitti bu’iinsi kun kan uumame aanaa Jimmaa Horrootti guyyaa Arba’aa yoo tahu, ka’umsi immoo Qeerroon aanicha keessa jiran waldhabbii jidduu…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin mootummaa Naannoo Somaalee haarawni eenyuudha?
Obbo Musxafaa Muhammad Umar prezdaantii mootummaa naannoo Soomalee tahuun mudame, obbo Musxafaan miseensa paartii naannicha bulchaa jiru tahuu dhabus waggoota…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad bakka buutota ummata naannoo Somaalee waliin mari’ate
Dr Abiy bakka buutota hawaasaa, hooggansa naannichaa haaraya filatamee fi abbootii amantaa waliin haala yeroo naannoo Somaalee fi Ityoophiyaa irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen jidduu galeessaa paartii naannoo Somaalee bulchaa jiruu naannichatti gochi garajabeenyaa raawwatamaa turuu ibse
Paartichi qorannoo guyyoota sagaliif geggeessaa ture eega xumuree booda rakkoowwan naannicha keessa turan ilaalchisee ibsa midiyaaleef kenne jira. Ibsa kana…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensi Kongirasii Ameerikaa Wixineen HR 128 akka hojii irra oolu dhiibbaa godhaa ture Ityoophiyaa jira
Kriis Ismiiz miseensa Kongirasii Ameerikaa Wixineen seeraa HR128 jedhamu akka hojii irra ooluuf dhiibbaa godhaa ture. Wixineen seeraa sun ajjeechaan…
Guutuu Dubbisi » -

Dhalattoonni Oromoo Sa’udii jiraatan lammiilee naannoo Somaalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhan
Lammiileen Oromoo Sa’udii magaalaa Tabuuk keessa jiraatan, ayyaana Iidal Ad’haa bara 1439 sababefatuun sagantaa deeggarsaa mata duree Lammiin lammiif jedhu…
Guutuu Dubbisi » -

Itiyoo-Telekoom gatii tajaajilawwan kennuu hir’isuu beeksise
Dhaabbatichi ibsa miidiyaalee kenneen, tajaajila intarneetii daataa mobaayilii irratti gatii tajaajilaa dhibbeentaa 43, kan intarneetii biroodbaandii irratti ammoo dhibbeentaa 54n…
Guutuu Dubbisi »










