header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Kolleejjiin Islaamaa Iimaan barattoota 333 eebbisiise

Kolleejjiin Iimaan  kan magaalaa Finfinneetti argamu, guyyaa hardhaa barattoota 333 kan sadarkaa dipiloomaa fi sartafikeetiin barsiisaa ture eebbisiise.

Sagantaa Eebbaa kana irratti, ulamoonni gurguddoon biyya keenyaa, maatiin barattootaa fi keessummoonni hedduun argamuun qooda fudhatanii jiru.

Odeeyfannoo wal qabateen waldaan Islaamaa Iimaan guyyaa har’aa Hoteela Harmooniitti Konfiransii dhimma Zakaa irratti xiyyeeffate, Mataduree ‘Zakaan Jijjiirama bu’uuraaf’ jedhuun sadarkaa biyyoolessaa fi Idil Addunyaatti marsaa lammaffaaf geeggessaa jira.

Konfiransii kana irratti Zakaan wal qabatee qabxiiwwan gara garaa irratti hirmaattota waliin mariin kan godhame tahuun beekameera.

35 Comments

  1. baayyee nama gammachiisa
    kollejjii kana seenuudhaaf ulaagaa nama gaafata
    #galatoomaa isin jaalanna

  2. Maashaa allaah Tabaarakaallaah ❤ baay’ee namatti tola baga gammaddan👏👏👍👍

  3. Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Allaahu akhbar allaahu akhbar

  4. maashaa Allah maashaa Allah
    maashaa Allah maashaa Allah
    maashaa Allah maashaa Allah
    maashaa Allah maashaa Allah
    jabaadhaa !.

  5. maashaallah tabarakalah baay.ee nama tola baga gammadani congratulations obbollewwani muslimaa💋👍😁😘🌹🌹

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button