Advertisements
OdeeyfannooUSA

Koongirasiin Ameerikaa Wixinee Seeraa HR 128 sagalee guutuun dabarse.

Sarbiinsa mirga namoomaa mootummaan Itoophiyaa raawwataa jiru ilaalchisee Manni maree Ameerikaa Wixinee seeraa Hre128 jedhamu irratti sagalee kan kenne yoo tahu, wixineen kun sagalee guutuun kan darbe tahuu odeeyfannoon argame ni adeessa.

Advertisements
Show More

...

Back to top button
Close
Close