header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Lammiileen Sa’uudii 10,000 sirna Hajjii bara 1441 geggeessaa jiran

Muslimoonni miiliyoonataan lakkaahaman waggaa waggaan guutuu addunyaa irraa gara Magaalaa Kabjamtuu Makkaa imaluun, sirna Hajjii kan geggeessan tahuun ni beekama. Haata’u malee weerara vaayirasii koroonaa guutuu addunyaa keessatti lubbuu namaa galaafataa jiruun wal qabatee, mootummaan Sa’uudii weerara kana to’achuuf sababa jedhuun, lammiileen biyya biroo sirna Hajjii bara 1441’f gara biyya isii akka hin seenne dhoorkuun ni yaadatama.
Haaluma kanaan sirni hajjii bara kanaa lammiileen Sa’uudii 10,000 qofti irratti hirmaatan har’a jalqabamee jira. Sirna Hajjii kun of eggannoo cimaadhaan kan geggeeffamaa jiru tahuus odeeyfannoonni addeessa.

11 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button