header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Mariin dhimma hidha laga Abbaay Kaayiroo keessatti geggeeffamaa jira

Ministeeronni Bishaan Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee Kaayiroo keessatti kan mari’ataa jiran yoo tahu, Ameerikaa fi Baankiin Addunyaa ammoo taajjibbiidhaan marii kana irratti kan hirmaataa jiran tahuun beekamee jira. Mariin kun dhimmoota biyyoonni sadeen Sadaasa 5 fi 6 ,2012 Finfinnee keessatti mari’ataa turan irratti kan xiyyeeffatu tahuu ibsame.

Mariin biyyoonni sadeen kanaan dura yeroo dheeraaf geggeessaa turan eega fashalaayee booda, ji’a tokko dura jaarsummaa Ameerikaatiin Washington DC keessatti maricha haarayatti jalqabuun isaanii ni yaadatama.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button