header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr.Abiy Ahmad Suudaan seene

Jilli mootummaa Ityoophiyaa muummicha ministeeraa Dr.Abiy Ahmadiin durfamu ganama har’aa Khaartuum kan seene yoo tahu, qondaaltonni mana marii  waraana Suudaan simannaa godhaniifi jiru.Dr. Abiy  hogganaa mana marichaa Jeneraal Abdulfattaah Al-Burhaan waliinis wal arganii jiru.

Dr Abiy Ahmad mana marii waraana Suudaanii fi gamtaa mormitoota biyyattii jidduu Jaarsummaa taahuuf kan karoorfate tahuu kaleessa gabaasuun keenna ni yaadatama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button