Chaayinaa
-
Awrooppaa
Prezdaantii Dhaabbata Poolisii Addunyaa (Interpol) achi buuteen isaa dhabame
Prezdaantiin Dhaabbata Poolisii addunyaa (Interpol) Mr Hongwei Meng dhuma Ji’a September/2018 Fransaay irraa gara Chaayinaa kan imalee ture yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Ameerikaan Chaayinaa irra qoqqobbii keette
Mootummaan Ameerikaa ‘Yukreen weeraruufi Filannoo Ameerikaa keessa harka naqachuu’ sababaa jedhuun Raashiyaa irra qoqqobbii kaayee ture. Haa ta’u malee Chaayinaan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Hobonboleettiin Rooba cimaa makate Filippiin keessatti lubbuu nama 28 ol galaafate
Hobonboleettiin Typhoon Mangkhut jedhamee moggaafame kun sabtii kaleessaa kaaba Filippiin eega rukuteen booda, lolaa fi balaa sigiga lafaa uumameen yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Chaayinaan Muslimoota miiliyoona tokko ol tahan manneen hidhaa dhoksaa keessatti kan uggurte tahuu UN beeksise.
Qondaalli ol’aanaan dhaabbatichaa tun akka jetteti, Mootummaan Chaayinaa Muslimoota Saba Wiigar akka diina biyyaatitti lakkaaha. Dhaabbata Mootummoota gamtoomaniitti hooggantuun itti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Mootummaan Chaayinaa muslimoota mana hidhaa keessatti Kamrii akka dhuganii fi Foon Booyyee akka nyaatan dirqisiisaa jira
Mootummaan Chaayinaa maqaa “leenjii haaromsaa”jedhuun muslimoota miiliyoona tokkoo ol tahan manneen hidhaa keessatti dararaa kan jiru tahuu, Gaazexaan Independent gabaase.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa
Prezdaantiin Kooriyaa Kaabaa iccitiin Chaayinaa daaw’achuu isaa biyyoonni lamaan mirkaneessan
Qondaalli Ol’aanaan Kooriyaa Kaabaa tokko Alhada dabre iccitiin gara Chaayinaa kan imale tahuu miidiyaaleen addunyaa gabaasaa turan. Qondaalli Kooriyaa Kaabaa…
Guutuu Dubbisi »