Kooriyaa Kaabaa
-
Eeshiyaa
Hooggantoonni Ameerikaa fi Kooriyaa Kaabaa wal arganii mari’achuuf waliigalan.
Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp affeerraa marii prezdaantii Kooriyaa Kaabaa irraa dhufeef kan fudhate tahuu beeksise. Traamp akka jedhetti affeerraan prezdaantii…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Prezdaantiin Kooriyaa Kaabaa biyyi isaa Kooriyaa kibbaa waliin haasayuuf qophii tahuu beeksise.
Prezdaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong-un biyyi isaa Kooriyaa kibbaa waliin haasayuudhaaf qophii tahuu beeksise. Kim Jong-un simannaa bara haarayaa ilaalchisee…
Guutuu dubbisi... Ameerikaan dhimma Niwukileeraa irratti Kooriyaa Kaabaa waliin haal-duree tokkoon maletti mari’achuuf waamicha goote
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Riiks Tilarsan, Mootummaan Ameerikaa dhimma Niwukileera Kooriyaa Kaabaa ilaalchisee haalduree tokko malee prezdaant Kim Jong-Un waliin…
Guutuu dubbisi...-
Eeshiyaa
Kooriyaan Kaabaa ammas Yaalii Misaa’ela Balastikii goote.
Kooriyaan Kaabaa yaalii Misa’elaa Balastikii guyyaa kaleessaa Nov 28/2017 gooteen Nuklarii sadarkaa ol’aanaa ta’e gonfachuu isii labsite. Misaa’elli biyyattiin guyyaa…
Guutuu dubbisi...