Koree furmaata barbaadduu
-
Odeeyfannoo
Miseensonni Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa, Kora Badr International irratti hirmaachuuf Ameerikaa Seenaan
Dhaabbanni Muslimoota biyya keenyaa Ameerikaa keessatti argamu Badr International waggaa waggaan Kora isaa magaaloota Ameerikaa kaabaa gara garaatti keessumoota biyyoota…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Koreen Fala Brabaadduu Hawaasa muslimaa kora guyyaa boruu hawaasni dammaqinaan akka hordofu waamicha dabarse
Koreen Fala Brabaadduu Hawaasa muslimaa Kora ulamaa’otaa guyyaa boruu geggeeffamu ilaalchisee ibsa baaseen, milkaa’ini kora boru Ebla 23/2011 geggeeffamuu jalqaba…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Miseensa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa Muslimaa kan ture Alii Makkii biyyatti deebi’e
Alii Makkii miseensa koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa yakka dharaa “shororkeessammaa” jedhuun himataman jidduu tokko ture. Alii Makkii yeroo muraasa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Waajjirri muummicha ministeeraa marii Koree furmaata barbaadduu hawaasa Muslimaa fi Majliisa waliin geggeefame ilaalchisee ibsa baase
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa kaleessaa gaaffilee hawaasni muslimaa kaasaa ture ilaalchisee, koree furmaata barbaadduu Hawaasa fi Hooggantoota Majliisaa…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Konfiransiin Araaraa fi Nageenyaa geggeeffame.
Guyyaa kaleessa dhimmoota hawaasa muslimaa jidduu jiru akka qoratanii yaada furmaataa dhiheessaniif Koreen miseensota 9 qabu hundeeffame. Guyyaa hardhaa ammo…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Koreen Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa marii muummicha ministeeraa waliin geggeessaa oolan galgala kana milkaa’inaan xumuran
Dhuma marii kanaa irratti Koreen tokko qabxiilee ijoo jaha akka raawwachiisuuf garee sadi irraa akka haarayaatti kan dhaabbate tahuun beekameera.…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Hooggantoonni Majliisa Seeraan alaa Koree furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa maqaa xureessuuf yaaliin godhan fashalaa’e
Hooggantoonni Majliisa seeraan alaa guyyaa Kaleessaa muummicha ministeeraa waliin walgahii taa’an irratti, “koreen fala barbaadduu hawaasa muslimaa garee taayitaa barbaadu”jechuun…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Imbaasiin Ameerikaa magaalaa Finfinneetti argamu sagantaa Ifxaaraa qopheesse.
Sagantaa Ifxaaraa galgala har’aa Imbaasichi qopheesse kana irratti miseensoonni koree furmaata barbaadduu hawaasa Muslimaa kan afeeraman yoo tahu, Ustaaz Injinar…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Sagantaan Simannaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal Istaadiyeemii Magaalaa Jimmaa keessatti geggeeffamaa jira
Magaalaan Jimmaa Iddoo dhaaloota bareessaa Koree Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal yoo taatu, hawaasni Magaalaa Jimmaa fi naannoo…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo
Koreen Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhe
Koreen fala barbaadduu hawaasa muslimaa, “Buqqaatota keenya haa faxarsiifnuu”yaada jedhuun, arjoomtota qindeessuun gargaarsa walitti qaban guyyaa har’aa buqqaatota magaalota Sabbataa…
Guutuu dubbisi...