OdeeyfannooOdeeyfannoo BiyyaaUSA
Miseensonni Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa, Kora Badr International irratti hirmaachuuf Ameerikaa Seenaan
Dhaabbanni Muslimoota biyya keenyaa Ameerikaa keessatti argamu Badr International waggaa waggaan Kora isaa magaaloota Ameerikaa kaabaa gara garaatti keessumoota biyyoota addunyaa heddu irraa affeeruun geggeessa.
Kora bara kanaa July 4-7/2019 magaalaa Siyaatilitti geggeessuuf qophii isaa xumuree Keeysummoota biyyoota gara garaa irraa affeeraman simataa jira.
Haaluma kanaan biyya irraa walitti qabaan Koree Furmaata Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Ustaaz Abubakar Ahmad, Ustaaz Ahmaddiin Jabal fi Ustaaz Badruu Huseen kaleessa Ameerikaa seenaniii jiru.
Ustaaz Ahmaddiin Jabal Kora Bara Dabre irratti akka argamu affeeramee Imbaasii Ameerikaa irraa hayyama waraaqaa imalaa dhoorkatamuun ni yaadatama.
as.wr.wb masha.alla.beektooni.uummata.musilima.Raabi.isin.hagrrggaruu.masha.allah
MaashaaAllaah MaashaaAllaah MaashaaAllaah Rabbiin umrii isaanii nuuf haa dheeressu Kheeyrii keessatti
gafi
Asalam maleku warmatuliyi wabarakatu Mashaa Alhaa Mashaa Alhaa jzk Rabini isini ira Haa jalatu Beketota kenya Galatoma 100%