header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Waraanni Makkalakayaa aanaa Gidaamiitti nama ajjeese

Godina Qellem Wallaggaa aanaa Gidaamii ganda Abbootteetti waraanni Makkalaakayaa namoota ganda keessa jiraan irratti dhukaasa banuun intala dubara umrii 17 Galaanee Shaafii Boolloo jedhamtu ajjeesuun qonnaan bulaa umrii 36 kan tahe Obbo Lammaa Saffaa fi barataa kutaa 3ffaa umrii 10 kan tahe Mangistuu Hiikaa haalaan madeessu odeeffannoon ni agame ni ibsa.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button