header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Cufiinsa Majliisa Sheekh Aliyyii geggeeffame

 

Guyyaa har’aa godina harargee bahaa magaalaa Kombolchaatti kan argamu Majliisni Sheekh Aliyyii sababa ji’a Kabajama Ramadaanaatiif sagantaa cufinsaa kan qopheesse yoo ta’u, sagantaa kana irratti Ulamaa’onni argamuun ummataaf Muhadaraa kan godhan tahuu odeeyfannoon naannawa irraa nu gahe ni addeessa.

Ulamsa’ota sagantaa kana irratti argaman jidduu Sheekh Muusaa Su’aalaa fi Sheekh Usmaan Durrii akkasumas keessumoonni birootis argamuun qooda irraa fudhatuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button