header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Majliisni Sheekh Diinoo aanaa Jaarsoo Magaalaa Aalleetti argamu Barattoota Eebbisiise.

Sagantaa Eebbaa kana irratti Ulamaa’onni fi keessuummoonni hedduun argamuun qooda fudhatanii jiru

1Sheek Muusaa Su’aala 
2Sheek Muhammad Booseysaa
3 Sheek Muhammad Arrooylee
4Sheek Jaabir Ziyaad
5 Sheek Ziyaad Jabal
6 Sheek Jamal Aallee
7 Sheek Tamaam muktaar
8 Sheek Aadam Sheek Yuusuf
9 Sheek Muussa Muslim
10 Sheek Jamaal Jimmaa
Ulamaa’ileen hedduun kanneen birootis gorsa babbareeda ummataaf dabarsanii jiran.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button