OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Markazni ummu Salaamaa fi Abuubakri barattoota isaa Eebbisiise

Markaazni Ummu Salaamaa fi Abuubakri kan aanaa Midhaagaa Tolaa keessatti argamu guyyaa kaleessa barattoota dhiiraa fi Shamarranii Hifzii Qur’aanaa barsiisaa ture kan Eebbisiise tahuun beekameera. Sagantaa eebbaa kana irratti Ustaazonni fi keessummoonni hedduun argamun qooda fudhatanii jiru