OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Markazni ummu Salaamaa fi Abuubakri barattoota isaa Eebbisiise
Markaazni Ummu Salaamaa fi Abuubakri kan aanaa Midhaagaa Tolaa keessatti argamu guyyaa kaleessa barattoota dhiiraa fi Shamarranii Hifzii Qur’aanaa barsiisaa ture kan Eebbisiise tahuun beekameera. Sagantaa eebbaa kana irratti Ustaazonni fi keessummoonni hedduun argamun qooda fudhatanii jiru
Namoota sagantaa kana irratti qooda fudhatan jidduu
- Sheikh Abdoosh
- Sheikh Mikaa’il Huseen
- Sheikh Abadallaah Mirriiysaa
- Abuu Mansuur
- Sheikh Kaliif
- Sheikh Muhammad Bilisho
- SheikhMuhammad Ibroo
- Sheikh Shaakir Ahmad kan irratti hirmaatan tahuun beekameera