OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hoggantoonni Paartii Mormiituu ADO Finfinnee seenan.

Hoggantoonni paartii mormiituu ADO( ODF) tahan mootummaa waliin mariyatuuf ganama hardha magaalaa Finfinnee kan seenan tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

Hoggantoonni Finfinnee gayan kunniin

1. Obboo Leencoo Lataa
2. Obboo Leencoo Baatii
3. Dr Diimaa Nagawoo
4. Dr Bayaan Asoobaa fi
5. Dr Hasan Huseen tahuun beekameera.

Comment

Related Articles

Back to top button