
Sagantaa Raadiyoo 345ffaa
Qophiileen sagantaa kana keessatti isinii dhiheeysinu,
- Gabaasa Odeeyfannoo
- Qophii Hayaatussalaf
- Gaachana Islaamaa
- Barnoota Aqiiqaa Qulqulluu
Gabaasa Odeeyfannoo
Qophii: Abbaas Ibnal Islaam
- Manni maree bakka bu’oota ummataa murtii mana maree Ministeerotaa raggaasisuu
- Ityoophiyaan Waliigaltee Aljeers haalduree tokko malee kan fudhattu tahuu beeksisuu
- Keeniyaan Boba’aa oomishtee gabaa biyya alaatiif dhiheeysuu
- Arjantiinaan tapha kubbaa miilaa Al Quds keessatti Israa’el wajji taphachuuf karoorfatte haquu fi odeeyfannoolee biroo saganataa guutuu irraa dhageeyfadhaa.
Hayaatussalaf
Qur’aanaafi Salafoota kutaa 2ffaa
Qophii: Sheikh Muhammad Waadoo
Gaachana Islaamaa
Islaamummaan Furmaata Namummaatii? kutaa 9ffaa
Gama Afaan oromoo kan hiike: Abu Ibtisaam
Sagalee: Muhammad Siraaj fii Abbaas Ibnal Islaam
Barnoota Aqiidaa Qulqulluu
Qophii: Ustaaz Huseen Soraa Booranaa
Aqiidaa Ahbaashii fi Jallina isii, ragaa qabatamaa wajjiin.
Download Liink Xiqqaa Mobile Biyyaatiif Sagalee Qulqullina Qabu HD Download Youtube