OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Alhamdulillaah! balaan ibidda Masjiida Anwaar too’annaa jala oolee jira.

Anwar Masjid UPDATE:

ALHAMDULILLAAH balaan ibidda Masjiida Anwaar too’annaa jala oolee jira.

 

Balaa kanaan dukkaanonni hedduu fi Kuusaan dhadhaafi daymaa kan barbadaawan tahuun beekameera. Haga ammaatti ka’uumsi ibidda kanaa hin beekamne.

 

 

Masjiida guddicha Anwaar kan magaalaa Finfinneetti argamutti, amma halkan keessaa naannawa sa’aa 8:00 (2:00PM) Ibiddi qabatee jira. Balaan ibiddaa kun maal irraa akka ka’e hanga ammaatti hin beekamne.

 

One Comment

Comment

Related Articles

Back to top button