Ugaaz Fawuzii Muhammad Alii VOA afaan Somaaleetiif akka himetti, mootummaan Itoophiyaa hogganaa ONLF har’a waaree booda hidhaa irraa gad lakkise. Hoggaanaan Dhaabbatatichaa Abdulkariim Muusee Dhagah August/ 2017 mootummaa Somaaliyaatiin Maqdishoo keessatti qabamee Itoophiyaaf dabarfamee kennamuun isaa ni yaadatama.