header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooUSA

Donaald Traamp Imbaasii Ameerikaa Telaaviiv irraa gara al-Qudsitti jijjiiruuf kan karoorfate tahuu, Prezdaant Mahmuud Abbasitti bilbilaan hime.

Donaald Traamp Imbaasii Ameerikaa Telaaviiv irraa gara al-Qudsitti jijjiiruuf kan karoorfate tahuu, Prezdaant Mahmuud Abbasitti bilbilaan kan hime tahuun gabaafame.

Prezdantiin Falasxiinis, gochi kun nageenya naanichaa fi nageenya addunyaatis booressa jechuun akeekkachiise.

dhimmi magaalaa Al-QUDS muslimoota addunyaatiif Sarara diimaa eenyuyyuu hin tuqne, Ameerikaan karoora kana yoo kan hin dhiisne tahe, Turkiyaan walitti dhufeenyaa Israa’el waliin qabdu hunda addaan kutti. dhaabbata gamtaa biyyoota Islaamaa walgahii ariifachiisaa yaamnee, dhimma kanarratti tarkaanfii cimaa tahe fudhachuuf qophitti jirra. 

Rajab Xayyib Erdogaan
Prezdantii Turkiyaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button